Galmee Barattootaa
1.Suuraa 4×3 kan qulqullina qabu
2.Email hojjetu kan itti fayyadamtan
3.Maqaa guutuu
groupicha irra kaa'aa
Hubachiisa:
1.suuraan irra kaa'amu kan waraqaa eenyummaaf ta'u ta'uu qaba
2.yoo email hin qabdan ta'e kan hiriyyaa keessanii fayyadamtanii galmaa'uu dandeessu
3.username fi password n email irratti ergama sana booda login gootanii jijjiirrachuu dandeessu