School Announcements

Stay updated with the latest news and updates

Back to Posts Pinned

Galmee Barattootaa

Post Image
Barattootni WAA hundi keessan link armaan gadii keessaa kan daree keessanii cuqaasuun gara telegram group inni itti isin geessu seenuudhaan galmeef kana tajaajilu

1.Suuraa 4×3 kan qulqullina qabu
2.Email hojjetu kan itti fayyadamtan
3.Maqaa guutuu
groupicha irra kaa'aa
Hubachiisa:
1.suuraan irra kaa'amu kan waraqaa eenyummaaf ta'u ta'uu qaba
2.yoo email hin qabdan ta'e kan hiriyyaa keessanii fayyadamtanii galmaa'uu dandeessu
3.username fi password n email irratti ergama sana booda login gootanii jijjiirrachuu dandeessu